Appin kuni yoo xiqaate ji’atti qarshii ethiopia 5000 oli siif dalaga. https://play.google.com/store/apps/details?id=com.traffmonetizer.client appi kana baantee seenu qofaaf kan kafalti siif kafalu.
Dubartiin qofti dubbisaa
Dubartiin qofti dubbisaa.
“”””””””””””””””””””””””””””””””””””””””””””””””””
Dubartiin biyya keenyaa namaa kenniteetuma callistee nama ilaalti. Dubartiin warra adii garuu yeruma jalqaban mangaaguu eegalti. Kan iyyituuf garuu dhukkubee osoo hin taane isa dhiiratti olaantummaan akka dhaga’amuufi. Dhiirri yeroo dubartiin iyyitu, aaddu arguun baay’ee isa gammachiisa. Kanaaf yeroo raawwatamu san sagalee kee dhageessisi. maqaasaa waami, gootummaa isaa ibsiif. Afaanin hin callisiin.
Har’a guyyaan keetii akka barbaadde na godhi jedhiin; Yeroo dhuma jalqabdan akka inni of hin qabne, ofitti amanamummaadhan akka barbaadetti buburraaqee sirra akka guluuf qaamni koo har’a kan keetii malee koo miti jedhiin. Ani sitti of gateera akka barbaadde na godhi. Qeensa miilatii hanga rifeensa mataa kootti siif laadhera akka barbaaddetti natti taphadhu jedhiin.
Qaama saalaa ajaa’ibaa akka qabu itti himi; Yeroo inni qaama saalaa isaa sitti deddeebisu woow qaama ajaa’ibaa Waaqni siif laate jedhiin. Anis qaama kanaan raawwatamaa jiraachuu kootti heeddun gammada jechuun qaama saalaa isaatif beekamtii laadhuf.
Maqaa isaa deddeebisii waami: Maqaa isaa waami jechuun maqaa guutuu hanga akaakayyuutti waami jechuu miti. Maqaa isaa gabaabsitee waamuu. Jecha ‘Koo’ itti dabaltee waamudha. Maqaa jaalala waamtun siree gubbaattis irra deddeebi’ii waami. Eenyuu koo damma koo ati dhiira ajaa’ibati jedhiin.
Sagalee akka iyyuu dhageessisi: Iyyuu jechuun akka inni rifatee raawwachuu dhaabu gochuu miti. Iyya xiqqa miira isaa ho’isan dhageessisuudha. Uuuuf maaloo na gubde, na ajjeestee. Maaloo natti taphattee nan maraachinii fi kkf dhiirri yeroo dhaga’u heedduu itti tola.
Xummura irra akka geesse itti himi : Yeroo fedhiin kee xummura irra ga’u callistee itti maramtee ofitti harkisuu qofa osoo hin taane damma koo ani fedhii koo xummuraafani heedduu mi’aawa uuuf jedhiin. Fedhii kee dafee fiduu isaatif heeddduu gammada. Innis yeroo kana jettuun waan ariitii isaa dabaluuf ergaan takka mi’aawa dhamdhamuuf isin fayyada.
Walqunnamtii saalaa mi’aawa akkanaa raawwadhee hin beeku jedhiin : Kuni erga raawwattanii xummurtanii booda yeroo laphee isaarratti hafuura galfachaa jirtu gammachuu akka har’aa jireenya kee keessatti akka hin agarre itti himi. Ati dhiira addaa Walqunnamtii saalaatiin akka na gammachiistuuf Rabbi na laatedha galatoomi jedhiitii gammachuu qabdu ibsiif.